Mo’aa Wallin Hojjedhaa
TV’n Mo’aa, miidiyaaleen hawaasaa dhaabbatichaa fi marsariitiin isaa guyyaatti namoota miliyoonotaan lakkaawamaniin kan daawwatamuu dha. Kanaaf tajaajilaa fi oomisha keessan miidiyaalee keenya beeksifachuudhaan dhaabbata keessan dagaagsaa. Unka armaan gadii guutuudhaan fedhii keessan nu beeksisaa.