Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa baajata bara 2018 qarshii tiriliyoona 1.93 raggaasise


 
Baajata kana keessaas baasii idileef qarshii tiriiliyoona 1.2, baasii kaappitaalaaf qarshii biliyoona 415, hirpha bajata mootummoota naannoleetiif qarshii biiliyoona 315, maniiwwan misoomaa waaraaf naannoleetti hojiirra ooluuf qarshii biliyoona 14tu ramadamee jira.
 
Bajata mootummaa federaalaa keessaa dhibbantaan 61 bajata idileef kan ramadame yoo ta’u, bajata kaappitaalaafimmoo bajata waliigalaa keessaa dhibbantaan 22 qabameera.

Miidiyaalee hawaasaa armaan gadii irratti ergi:

Beeksisa

Yaada Kenni

Dirqamaan guutamuu qaban * jedhamuun calaqqisu.

Oduuwwan Kan Biroo

Gurmuun Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa...

Gurmuun Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Sagantaa ifoomsa Manifeestoofi Mallattoo...

Yaa’iin Idilee 9ffaa waggaa...

Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa, Yaa’ii Idilee Caffee Oromiyaa 9ffaa...

Pirezidaant Tiraamp muuxannoo godaantonni...

Daawwannaaf UK kan jiran Doonaald Tiraamp, Istaarmer wlaiin dhimma godaantotaa...

Scroll to Top