Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaara biiliyoona 1 mallatteessan


Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa fooyyessa diinagdee tumsuuf kan oolu waliigaltee deeggarsa Doolaara biiliyoona 1 mallatteessaniiru.
 
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Baankii Addunyaatti Daayrekterri damee Itiyoophiyaa Maariyaam Saaliim waliigalticha mallatteessuu ministieerichi ibsa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif ergeen himeera.
Deeggarsi maallaqaa kun Baankiin Addunyaa fooyyessa diingadee Itiyoophiyaa tumsuuf murannoo qabaachuu agarsiiftuu akka ta’es ibsamuu ka gabaase FBC dha.

Miidiyaalee hawaasaa armaan gadii irratti ergi:

Beeksisa

Yaada Kenni

Dirqamaan guutamuu qaban * jedhamuun calaqqisu.

Oduuwwan Kan Biroo

Shaggaritti Bara barnootaa 2017...

Itti Gaafatamaan Waajjira Barnootaa Magaalaa Shaggar Obbo Firakiyyaa Kaasahun Waajjira...

Manni Maree Magaalaa Shaggar...

Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa’ii Idilee 9ffaa kurmaana 3ffaa bara...

Biiroon Qonnaa Oromiyaa hojii...

Biiroon Qonnaa Oromiyaa hojii kunuunsa qabeenya uumamaafi misooma sululaa bara...

Scroll to Top