Afgaanistaanitti Daa’imni gommaa xiyyaaraa keessa dhokachuun imale nagaan Hindii qubate


Buufata xayyaaraa Deelhii erga gahee booda humnoonni nageenyaa Hindii to’annaa jala oolchuu sa’aatii dheeraaf gaaffii kan gaafatan yoo ta’u, maaliif akka gommaa keessa akka lixe wayita gaafatametti “waan ta’u ilaaluuf” akka ta’e poolisoota Hindiitti hime. Haaluma Kanaan Erga buufata xayyaaraa Deelhii nagumaan gahee booda, osoo asiifi achi jooruu poolisiin to’atee bakka irraa dhufe Afgaanistaanitti deebise.
Gaazexaan Indian Express jedhamu Wabeeffachuun BBC’n akka gabaasetti, daa’imni kun gara Iraan deemuu barbaadee dhokatee xayyaara seenee, garuu xiyyaarichi gara Hindii akka imalu hin beeku ture.
Maddi:- BBC
Beeksisa
Oduuwwan Kan Biroo
Itoophiyaan baatii Adoolessaa keessa...
Itoophiyaan buna ji’a Adoolessaa gara alaatti ergamerraa galii doolaara miliyoona...
Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya...
Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa karoora xiiqii bara 2018 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa...
Shaggariitti Manneen Daldalaa 1000...
Magaalaa Shaggaritti fayyadamummaa qonnaan bultootaa mirkaneessuuf Manneen Daldalaa 1000 Qonnaan...

Yaada Kenni