Eebba Mana barumasaa ‘Hawassa international school’ ‘Cambridge Academy Ethiopia.
Mo’aa: (May 31. 2025 ) Finfinnee
Manni barumasaa ‘Hawassa international school’ Damee 2ffaa ‘Cambridge Academy Ethiopia’ kan ta’e guyyaa har’aa magaalaa Hawaasaatti eebbifame.

Sirni Eebba Mana barumasaa ‘Hawassa international school’ Damee 2ffaa ‘Cambridge Academy Ethiopia’ kan ta’e guyyaa har’aa magaalaa Hawaasaatti Bakka qaamoleen garagaraa argamanitti eebbifamaa jira.

Manni barumsaa ‘Hawassa international school’ bakka hudeessaa fi abbaa qabeenya mana barumsichaa, geggeessitoota naannichaa, kantiibaa magaalaa Hawaasaa, gaggeessitoota Dhaabbilee Amantaa garagaraa fi jaarsolii biyyaa akkasumas keessummoonni gara garaa argamanitti haala ho’aa ta’een sirni eebba isaa geggeeffamaa jira.




Manni barumsaa ‘Cambridge Academy Ethiopia’ Luba Profeeser Gammachiis Dastaatiin kan hundeeffame yoo tahu, haalli baruuf barsiisuu isaa kaariikulamii Biritishiin kan geggeeffamuudha.
Sirni eebbaa kunis Kadhannaa fi eebba jaarsolii biyyaan saaqamee jira.


Beeksisa
Oduuwwan Kan Biroo
Ijaarsi buufata Xiyyaaraa idil...
Ijaarsi buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Bishooftuu xumura Sadaasa bara 2018...
Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya...
Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa karoora xiiqii bara 2018 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa...
Raabsa qorichoota sadarkaa isaanii...
Ministeerri Fayyaa Itiyoophiyaatti raabsa qorichoota sadarkaa isaanii hin eegganne ittisuuf...

Yaada Kenni