Komishiniin Gumruukaa Itiyoophiyaa qajeelfama tilmaama gatii gumruukaa haaraa irratti fichisiistota, oomishtootaafi daddabarsitoota gumruukaa waliin mari’achaa jira.

Komishiniin Gumruukaa Itiyoophiyaa qajeelfama tilmaama gatii gumruukaa haaraa irratti fichisiistota, oomishtootaafi daddabarsitoota gumruukaa waliin mari’achaa jira.
Komishiniin Gumruukaa Itiyoophiyaa qajeelfama tilmaama gatii gumruukaa haaraa irratti fichisiistota, oomishtootaafi daddabarsitoota gumruukaa waliin mari’achuu irratti argama.
Komishinarri Komishinii Gumruukaa Dabalee Qaabataan wayita kana damee oomishaa jajjabeessuuf mootummaan hojiilee garaagaraa hojjetee jiraachuu himan.

Bu’uura qajeelfama haaraa kanaan meeshaan qaraxaafi gibirri osoo itti hin kaffalamin to’annoo gumruukaa ala ba’e yookaan ammoo sirna gumruukaa guutuu hin raawwanne qaraxaafi gibira kaffalchiisuun barbaachisaa ta’ee yoo argame tilmaamni gatii gumruukaa Itiyoophiyaa hojiirra kan oolu ta’uu ibsaniiru.
Kana malees qajeelfamichi meeshaa sirni gumruukaa irratti raawwatamee meeshaan erga bahee booda oodiitiin godhamuu fi meeshaa kaayyoo daldalaan ala gara biyya keessaa seenu yookaan ammoo meeshaa yeroof gara biyya keessaa seenurratti kan raawwatamu ta’uus eeruu isaanii FMCtu gabaase.

Beeksisa
Oduuwwan Kan Biroo
Waa’ee Akkoo Manooyyee Kana...
Dur durii giiftiin Oromoo biyya bulchitu Akkoo Manooyyee jedhamtu tokkotu...
Komishiniin Gumruukaa Itiyoophiyaa qajeelfama...
Komishiniin Gumruukaa Itiyoophiyaa qajeelfama tilmaama gatii gumruukaa haaraa irratti fichisiistota,...
Murtoowwan Manni Maree Ministeerotaa...
Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 54ffaa gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarsee...

Yaada Kenni