Hojiin Misooma Kooridarii Kaazaanchis Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin Eebbifame


Hojiin Misooma Kooridarii Kaazaanchis Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin Eebbifame

Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii qoodaniin “Kaasanchiis kanaan dura bakka argama manneeniifi naannawaa hubamaafi dulloomaa ta’uun beekamu, har’a badhaasa carraaqqii keenya waloo ta’ee argameera” jedhan.

Itti dabaluudhaanis; “Jijjiiramni Kaasanchiis yeroo bay’ee gabaabaa ta’e keessatti xumurame misooma magaalaa ismaartii ta’eef bu’ura cimaa kan ta’uufi mul’ata keenya giddugaloota magaalaa magariisa, qulqulluufi ammayyaa kan of keessatti qabatudhas” jedhan.

Miidiyaalee hawaasaa armaan gadii irratti ergi:

Beeksisa

Yaada Kenni

Dirqamaan guutamuu qaban * jedhamuun calaqqisu.

Oduuwwan Kan Biroo

Eebba Mana barumasaa ‘Hawassa...

Mo’aa: (May 31. 2025 ) Finfinnee Manni barumasaa ‘Hawassa international...

Magaalaa Shaggaritti waltajjiin gamagama...

Mo’aa: (April 29. 2025) Finfinnee Sadarkaa itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa...

Mariin waraana Raashiyaa fi...

Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoon Mariin Raashiyaan Kiyeev waliin...

Scroll to Top