Kantiibaa Adaanech Abeebee Atoobisoota Elektiriikaa 100 Hojii Eegalchiisan


Atobisoonni teeknooloojii ‘ITS’ (sirna geejjiba Intelejent) fi FCS (sirna taarifa walitti qabuu) qindoominaan hojiirra oolchan kunneen faalama qilleensaarraa bilisa, mijataa, al tokkotti nama hedduu geejjibsiisuu kan danda’an, ammayyaa fi qaqqabamaa, baasii kan qusatan, amansiisaa, toora Atobisiif eyyamame irra qofa waan deemaniif tajaajila si’ataa kan kennan akkasumas baasii boba’aaf bahu kan hir’isanidha.

Atobisoonni Elektiriikiin hojjetann 100 hojii jalqaban kunneen guyyaa har’aa kallattiiwwan magaalattii hundatti jiraattotaaf tajaajila geejjibaa bilisaa nikennu.

Miidiyaalee hawaasaa armaan gadii irratti ergi:

Beeksisa

Yaada Kenni

Dirqamaan guutamuu qaban * jedhamuun calaqqisu.

Oduuwwan Kan Biroo

Konkolaataa Siinootiraakiin gabaa Itoophiyaaf...

konkolaataan fe’umsaa Chaayinaatti oomishamu Siinootiraak hanqina teeknikaa fi qulqullinaa  qaba...

Waldaan walgargaarsaa Biqiltuu Mana...

Waldaan walgargaarsaa Biqiltuu Mana Sibuu  dhaabbata pirojektii  C.U.R.R waliin ta’uun...

lEENJII MAGAALAA AMBOO

Leenjii Daldalaa Mo’aa, Dargaggoo Mo’aa fi Gaggeessaa Mo’aa M/Ambootti Tv...

Scroll to Top