Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa Emereetota Araba Gamtoomanii Shaarjaatti Balallii Haaraa Jalqabuuf
Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa Emereetota Araba Gamtoomanii Shaarjaatti balallii haaraa jalqabuuf
Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa Caamsaa 24 bara 2017 irraa eegalee gara Emereetota Araba Gamtoomanii Shaarjaatti balallii haaraa kan jalqabu ta’uu beeksiseera.
Tajaajilli balallii haaraan kun torbanitti guyyoota afuriif kan taasifamu ta’uu daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa fuula marsariitii isaarratti ergaa dabarseen daandiin qilleensichaa magaalaa Shaarjaatti balallii haaraa jalqabuufi.

Balalliin haaraa daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa jalqabu imaltoonni filmaata balallii si’ataan aadaa miidhagaa fi carraa dinagdee bal’aa kan qabdu magaalaa Shaarjaatti salphaatti akka imalan akka dandeessisu ibseera.
Maddi:- TOI
Beeksisa
Oduuwwan Kan Biroo
Birriin Itoophiyaa jijjiirraa tarree...
Baankiin Giddugaleessaa Raashiyaa odeeffannoo halkan edaa ifoomseen, birrii Itoophiyaa tarree...
Waggoota jijjiiramaa darban qabsoo...
Gamaaggamni raawwii hojii mootummaafi paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa kurmaana 3ffaa...
LEENJII MAGAALAA AMBOO
Hirmaattota Leenjii Daldalaa Mo’aa, Dargaggoo Mo’aa fi Gaggeessaa Mo’aa M/Ambootti...

Yaada Kenni