Marii Paarlaamaa


Ministirri muummee Dr. Abiy Ahimad boru mana maree bakka bu’ootaatti argamuun gaaffilee miseensota mana mareerraa kaafamaniif deebii fi ibsa ni kennu jedhame.

Ministirri muummee Dr. Abiy Ahimad gabaasa raawwii walakkaa waggaa bara bajataa 2017 mootummaa Federaalaa ka’umsa godhachuun gaaffilee fi yaadota miseensota mana mareerraa kaafamaniif deebii fi ibsa akka kennantu eerame.

Miidiyaalee hawaasaa armaan gadii irratti ergi:

Beeksisa

Yaada Kenni

Dirqamaan guutamuu qaban * jedhamuun calaqqisu.

Oduuwwan Kan Biroo

Manni maree Bakka Bu’oota...

Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad gaaffilee miseensota mana maree bakka...

Itoophiyaan baatii Adoolessaa keessa...

Itoophiyaan buna ji’a Adoolessaa gara alaatti ergamerraa galii doolaara miliyoona...

Biyyoonni Awurooppaa shan baqattoota...

Biyyoonni Awurooppaa shan baqattoota iyyanni koolugaltummaa isaanii kufaa ta’e gara...

Scroll to Top