Magaalaa Shaggaritti bara kana galii qarshii Biliyoona 23.7 ol sassaabuun ibsame


Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti bara 2017 kana galii qarshii Biliyoona 23.7 ol sassaabuun ibsamee jira.
 
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti bara kana maddoota galiin garaa garaa irraa galiin qarshii Biliyoona 23.7 ol sassaabuun kan danda’ame tahuu Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dr. Tashoomaa Addunyaa beeksisan.
 
Magaalichatti bara darbe maddoota galii garaa garaa irraa qarshiin 16,475,547,075.26 kan sassaabame yoo tahu, bara 2017tti qarshii 23,737,010,722 kan sassaabame tahuun ibsameera.
 
Sassaabbiin galii kunis kan bara darbeen gaafa madaalamu garaagarummaa caalmaa qarshii 7,261,463,646.74 kan qabu ta’uun ifoomeera.

Miidiyaalee hawaasaa armaan gadii irratti ergi:

Beeksisa

Yaada Kenni

Dirqamaan guutamuu qaban * jedhamuun calaqqisu.

Oduuwwan Kan Biroo

Daldaltoonni of jaallattoonni tokko...

Daballii mindaa hojjettoota mootummaa waliin walqabatee hojiiwwan seeraan ala raawwatamuu ...

Magaalaa Shaggaritti waltajjiin gamagama...

Mo’aa: (April 29. 2025) Finfinnee Sadarkaa itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa...

Hoggansaafi Hojjettoota Waajjira Caffee...

  Leenjiin Hoggansaafi Hojjettoota Waajjira Caffee Oromiyaaf kenname kun “Naamusaafi...

Scroll to Top